Somalia PM Roble NISA – Tigray TDF ENDF Ethiopia African Union deplores coups – rightly. But does nothing to remove entrenched presidents who use every stratagem to hang onto power: holding their people hostage. Look [Read More] Somalia PM Roble NISA – Tigray TDF | ENDF Ethiopia
Category Archives: 1
Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes
Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes Thousands have been reported killed in clashes in northern Ethiopia, as fighting between the military and Tigray rebels continues. (bbc)—The conflict has been raging for 10 months, [Read More] Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes
Quba_Qabaadhaa!
Quba_Qabaadhaa! Fulbaana 5,2021! Namnii Suuraan Isa asiin gaditti argamu kun #Iyyaa_Kottoola_Buuyyalee jedhamaa. Obbo Iyyaan Yeroo dheeraaf Godina Gujii Bahaa Aanaa Liibaniitti Bulchiinsa #Ganda_Dhungootii. Akkasuma Tika Mootummaa hamaa fi qaamni hoggansa Tika isaa Federaala irraa Kan ta’eedhaa. Namni kun kanaan duras Yeroo hedduuf Waraana Bilisummaa Oromoo irratti Kan duula ture yo ta’u maqaa Gosummaatiin “#Nuti_Waayyuudha, IjoolleenContinue reading “Quba_Qabaadhaa!”
BISHAAN_LAGA_DAABBUS
BISHAAN_LAGA_DAABBUS …Oromiyaan laggeen fi harawwan hedduun badhaatuu dha. Laggeen Oromiyaa baay’een gara dhihaatti yaa’anii Abbayya ykn Abbaya-adiitti galu. Laggeen kaan gar bahaatti yaa’inii lafa Somaliyaa fi Affaritti galu. Laggeen gurguddaa keessaa muraasni:-Abbayya (Nile),Baaroo,Soor,Gabbaa,Birbir,Hawaas,Gannaale,Waabee,Dhidheessa,Gibe,Gudar,Daabbus fiFinca’aa faa dha.Laggeen Oromiyaa keessaa yaa’an bishaan laga Abbayyaa keessaa harka 70 gumaachu. Harawwan Oromiyaa keessaa garii maqaa dhawuuf:Hara Magariisa,Bushooftuu,Kurruftuu,Bushooftuu-guddoo,Haro-kilolee,Haro Arsadee fiMalkaaContinue reading “BISHAAN_LAGA_DAABBUS”
Somalia PM Roble NISA – Tigray TDF | ENDF Ethiopia
Somalia PM Roble NISA – Tigray TDF ENDF Ethiopia African Union deplores coups – rightly. But does nothing to remove entrenched presidents who use every stratagem to hang onto power: holding their people hostage. Look [Read More] Somalia PM Roble NISA – Tigray TDF | ENDF Ethiopia
TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde
ODUU Hatattama TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde |Moha Oromo oduu Fulbaana 6, 2021 Salphina Guddaa- Loltoonni Giinii Hiriyyaa Dr. Abiy Presidantii Giinii Angoo Irraa Fonqolchan. OMN : Oduu Ijoo [Read More] TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde
Sagli …
SAGLII… Weelluun haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kun gosa muuziqaa Aadaa Oromoo keessaa Geelloodha. Gelloon Oromoota Macca keessatti hedduu beekamaafi jaallatamaadha. Keessattuu Godinaalee Wallagga Arfaniifi Iluu Abbaa Booraa akkasumas Matakkal fi Shawa Lixaa bakka muraasatti mootii sirbaa jedhamee waamama. Gelloo dhiiratu sirba. Gelloonis wallee (lyrics) irratti hundaa’uun akaakuu hedduu qabaata. Kan jaalalaa kan gootummaa, SiyaasawaafiContinue reading “Sagli …”
INJIFANOO WBO lixaa fi lixa shaggar oduu guyyaa hara’a Afaan Oromoo
#WBO #Jaalmarroo INJIFANOO WBO lixaa fi lixa shaggar oduu guyyaa hara’a Afaan Oromoo OLMAA MEDIA Oduu Fulbaana 5, 2021 Ummata Amantiin walitti buusuun yakka.Haasawa kana irraa maal hubattanObbii#media INJIFANOO WBO lixaa fi lixa shaggar oduu guyyaa hara’a Afaan Oromoo