Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes

Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes Thousands have been reported killed in clashes in northern Ethiopia, as fighting between the military and Tigray rebels continues. (bbc)—The conflict has been raging for 10 months, [Read More] Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes

Quba_Qabaadhaa!

Quba_Qabaadhaa! Fulbaana 5,2021! Namnii Suuraan Isa asiin gaditti argamu kun #Iyyaa_Kottoola_Buuyyalee jedhamaa. Obbo Iyyaan Yeroo dheeraaf Godina Gujii Bahaa Aanaa Liibaniitti Bulchiinsa #Ganda_Dhungootii. Akkasuma Tika Mootummaa hamaa fi qaamni hoggansa Tika isaa Federaala irraa Kan ta’eedhaa. Namni kun kanaan duras Yeroo hedduuf Waraana Bilisummaa Oromoo irratti Kan duula ture yo ta’u maqaa Gosummaatiin “#Nuti_Waayyuudha, IjoolleenContinue reading “Quba_Qabaadhaa!”

BISHAAN_LAGA_DAABBUS

BISHAAN_LAGA_DAABBUS …Oromiyaan laggeen fi harawwan hedduun badhaatuu dha. Laggeen Oromiyaa baay’een gara dhihaatti yaa’anii Abbayya ykn Abbaya-adiitti galu. Laggeen kaan gar bahaatti yaa’inii lafa Somaliyaa fi Affaritti galu. Laggeen gurguddaa keessaa muraasni:-Abbayya (Nile),Baaroo,Soor,Gabbaa,Birbir,Hawaas,Gannaale,Waabee,Dhidheessa,Gibe,Gudar,Daabbus fiFinca’aa faa dha.Laggeen Oromiyaa keessaa yaa’an bishaan laga Abbayyaa keessaa harka 70 gumaachu. Harawwan Oromiyaa keessaa garii maqaa dhawuuf:Hara Magariisa,Bushooftuu,Kurruftuu,Bushooftuu-guddoo,Haro-kilolee,Haro Arsadee fiMalkaaContinue reading “BISHAAN_LAGA_DAABBUS”

TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde

ODUU Hatattama TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde |Moha Oromo oduu Fulbaana 6, 2021 Salphina Guddaa- Loltoonni Giinii Hiriyyaa Dr. Abiy Presidantii Giinii Angoo Irraa Fonqolchan. OMN : Oduu Ijoo [Read More] TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde

Sagli …

SAGLII… Weelluun haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kun gosa muuziqaa Aadaa Oromoo keessaa Geelloodha. Gelloon Oromoota Macca keessatti hedduu beekamaafi jaallatamaadha. Keessattuu Godinaalee Wallagga Arfaniifi Iluu Abbaa Booraa akkasumas Matakkal fi Shawa Lixaa bakka muraasatti mootii sirbaa jedhamee waamama. Gelloo dhiiratu sirba. Gelloonis wallee (lyrics) irratti hundaa’uun akaakuu hedduu qabaata. Kan jaalalaa kan gootummaa, SiyaasawaafiContinue reading “Sagli …”

በምስራቅ ወለጋ ምን ተፈጸመ?

በምስራቅ ወለጋ ምን ተፈጸመ? በጩኸት ብዛት እውነትን መቅበር አይቻልም!! በምስራቅ ወለጋ ምን ተፈጸመ? በምስራቅ ወለጋ በተፈፀሙ ግጭቶች ላይ አሁን ያለው የሚዲያ ትርክት በመሬት ላይ ካሉት እውነታዎች በእጅጉ የተራራቀ ከመሆኑም ባሻገር ግድ የለሽነትና ሀላፊነት ማጣት ታይቶበታል:: በአማራ ብሔራዊ ንቅናቄ (አብን) እና በአማራ መንግስት የዳያስፖራ ክንፍና ተከፋይ ካድሬዎች በሚገባ የተደራጁ የፕሮፓጋንዳ ዘመቻዎች ምክንያትም ብዙ ሚዲያዎች በተሳሳተ መንገድContinue reading “በምስራቅ ወለጋ ምን ተፈጸመ?”

Ethiopian govt rules out talks with TPLF and OLA

Ethiopian govt rules out talks with TPLF and OLA ODUU Hatattama Oromon 150 ol Wallaggaati ajefamu Muddama Bilxiginnaa fi sochii WBO |Moha Oromo ODDUU AMEE Bilxiginan Selpatee Jirti Amerkanis Itti Lafaa Katee Kibaan WBO Kabaan TPLF ODDUULE Biras Oduu Hagayya 26,2021|| To’annaa TPLF booda haalli jireenya Tigraay maal akka fakkaatu fi Oduu biroo Ethiopian govtContinue reading “Ethiopian govt rules out talks with TPLF and OLA”

Create your website with WordPress.com
Get started