Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes

Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes Thousands have been reported killed in clashes in northern Ethiopia, as fighting between the military and Tigray rebels continues. (bbc)—The conflict has been raging for 10 months, [Read More]

Ethiopia’s Tigray conflict: Thousands reported killed in clashes

Quba_Qabaadhaa!

Quba_Qabaadhaa!

Fulbaana 5,2021!

Namnii Suuraan Isa asiin gaditti argamu kun #Iyyaa_Kottoola_Buuyyalee jedhamaa. Obbo Iyyaan Yeroo dheeraaf Godina Gujii Bahaa Aanaa Liibaniitti Bulchiinsa #Ganda_Dhungootii. Akkasuma Tika Mootummaa hamaa fi qaamni hoggansa Tika isaa Federaala irraa Kan ta’eedhaa. Namni kun kanaan duras Yeroo hedduuf Waraana Bilisummaa Oromoo irratti Kan duula ture yo ta’u maqaa Gosummaatiin “#Nuti_Waayyuudha, Ijoolleen keenyas Shanee keesa hin jirtu, shaneen diina keenya” jechuun mandheelee hedduu ijaaree Qabsoo Bilisummaa Oromoo dura dhaabacha jiruufii Ilaalcha Gandummaa fi summii hamaa ta’e Dhaloota keessatti facaasaa Kan tureefi Kan jiruudhaa. Akkasuma Maatii isaa guutuu Ilaalcha kana Kan amansiisee yo tahu maatiin isaani hundi bakka Waraana Bilisummaa Oromoo arganitti akka bineensaatti Kan nama dheetaniifi meeshaa Waraanaas kan namatti dhukaasaniidhaa. Haaluma kanaan Waraannii Bilisummaa Oromoo qaama kana Shira kana irraa deebisuuf yeroo gargaraatti akeekkachiisa turus gorfamuu waan dideef gaafa #Adoolessa19_2021 Waraannii Bilisummaa Oromoo Zooni Kibbaa Cibraa Soddom Booroo buttaan Coqorsa Liiban Godina Gujii Bahaa Aanaa Liiban Ganda Funnaan Agarsuu Magaalaa Dhungoo seenuun bakka qubsuma Kaambi Waraannii Iyyaa Kottoola kun qubatetti tarkaanfii akeekkachiisaan walkeesa fudhateen ofi Wallaaltota Milishoota Ganda dhungoo Tana keesa Nama Torba jiraa Harkaan Booji’uun nama sadii ammoo madeessuun Meeshaa waraanaa Kilaashi 10 fi Rasaasa,Galaafi wantoota biroo hedduu irraa hiikuun Kaambicha keesa Ari’ee Afaan Qaawweetiin akeekkachiise kanneen Booji’es Gorsee deebisu Isa gabaasaale keenya kanaan duraa irraa ni yaadattuu, Bulchiinsi Ganda dhungoo kun ammas tarkaanfii kana irraa kan hin baratin yo ta’u, ergaa gandichii Waraana Bilisummaa Oromoo Cibra soddoma Boorootiin dhuunfatameen booda Magaalaa Nageellee Booranaatti baqachuun Mootummaa federaalaatti iyyachuun Shaneetu Meeshaa waraanaa irraa Saame jedhanii Federaala irraa Qawween AKM 12 Hoggansa RIB Godina Gujii Bahaa irraa akka kennamuuf ajajnii dhufeefii meeshichis jennameefii jiraa. Asi keessatti hunda caalaa Kan nama gaddisiisu Namni Iyyaa Kottoola jedhamu kun Meeshaa waraanaa 12n kana keesa AKM 4 qofa Gandaaf Kan kenne yo ta’u, Ani Maatiin koo hundi Shaneen walitti diina jechuun 8 guutuu Maatii isaa hidhachiisee jira. Maatiin isaas hidhatanii jiraachu irra geenyee jirraa. Fknf Magaalaa Nageellee Ganda Goobicha Ollaa #Ballaxee_Waaqoo hidhattoonni maati kanaa galgala galgala hunda nama lama itti erguun “Shaneetu maati keessan balleessaa, kanaafu eegumsa isaniif goonaa” jechuun Meeshaa qabatanii achi mandheeffatanii Kan jiran ta’uus irra geenyee jirraa.Iyyaan akkasuma Waraana Bilisummaa Oromoo balleessuuf wanti inni hin carraaqne hin jiruu, “Shaneetu na ajjeesuufi Falfala naaf kennaa” jedhee Raaga deemee yeroo Amma Ganama Ganama hunda Fincaan isaa fuula dhiqachaa Kan jiru ta’uus irra geenyee jirraa. kanaaf Nuti Waa’e nama kanaa barreessuu Kan dirqamneef namnii tokko ofii waan barbaadetti amanuu fi irratti Lubbuu laachuus mirga qabaa,garuu ofii dogoggora hojjatee maraatummaa isaatiin maatiif firaa fiixaa Isa hunda Waraana Bilisummaa Oromootiin Walitti diinomsuun Isa kun #Duguuggaa_Sanyummaa maati Isa irratti raawwachaa Kan jiru waan ta’eef Uummanni Oromoo hundi waan kana bartanii Maatii sun badii jalaa akka baraartan isan beeksifnaa. Yoo sirraa’u baatan ammoo Boriif akka hin suukanoofne Quba Qabaadhaa isaniin jechuu barbaadnaa!

Beekaatuma gabaabsine malee shiri isaa hanga kana qofas mitii.kanaaf yo dandeessan Jaarroleen biyyaa qaama maati kana balleessuuf deema jiru kana daandiitti akka deebiftan jennaa.

Abba Dhugaa Oromoo Irraa.

BISHAAN_LAGA_DAABBUS

BISHAAN_LAGA_DAABBUS

…Oromiyaan laggeen fi harawwan hedduun badhaatuu dha. Laggeen Oromiyaa baay’een gara dhihaatti yaa’anii Abbayya ykn Abbaya-adiitti galu. Laggeen kaan gar bahaatti yaa’inii lafa Somaliyaa fi Affaritti galu.

Laggeen gurguddaa keessaa muraasni:-
Abbayya (Nile),
Baaroo,
Soor,
Gabbaa,
Birbir,
Hawaas,
Gannaale,
Waabee,
Dhidheessa,
Gibe,
Gudar,
Daabbus fi
Finca’aa faa dha.
Laggeen Oromiyaa keessaa yaa’an bishaan laga Abbayyaa keessaa harka 70 gumaachu. Harawwan Oromiyaa keessaa garii maqaa dhawuuf:
Hara Magariisa,
Bushooftuu,
Kurruftuu,
Bushooftuu-guddoo,
Haro-kilolee,
Haro Arsadee fi
Malkaa cittuu…
(Rift valley) keessaaa ammoo
Zuwaay,
Abjataa,
Abbayyaa,
Shaallaa, fi
Langannoo faatu argamu.
Haroowwan kun qurxummii (kal’uuna) gosa adda addaa of keessaa qaban yoo ta’u,

Kan argaa jirtan kun ammoo iddoo seena qabeessa, Suuraa Bishaan Laga Daabbus, Oromiyaa gama lixaa, Wallagga Lixaa’tti kan argamuu dha.

Bakki kun WBO wajjinillee seenaa hedduu qaba…

(By Abdiisaa Tummee )

TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde

ODUU Hatattama TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde |Moha Oromo oduu Fulbaana 6, 2021 Salphina Guddaa- Loltoonni Giinii Hiriyyaa Dr. Abiy Presidantii Giinii Angoo Irraa Fonqolchan. OMN : Oduu Ijoo [Read More]

TPLF Loltota Abiy 7000 ol barbadesu beksise Sudan Xiyyura Ethiopia qabde

Sagli …

SAGLII

Weelluun haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kun gosa muuziqaa Aadaa Oromoo keessaa Geelloodha. Gelloon Oromoota Macca keessatti hedduu beekamaafi jaallatamaadha. Keessattuu Godinaalee Wallagga Arfaniifi Iluu Abbaa Booraa akkasumas Matakkal fi Shawa Lixaa bakka muraasatti mootii sirbaa jedhamee waamama. Gelloo dhiiratu sirba. Gelloonis wallee (lyrics) irratti hundaa’uun akaakuu hedduu qabaata. Kan jaalalaa kan gootummaa, Siyaasawaafi Cigoofa’i.

Weelluun (song) Artist Leencoo Dayee haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kunis akaakuu Gelloo Makaati. Cigoon dhangi’amee, siyaasa dubbata; jaalala faarsa; aadaa hima; eenyummaa barsiisa. Shubbisnisaa garuu guutummaa guutuutti Gelloo Iluuti.

Yeroo darbe beeksisa hojiisaarratti dhimma jecha Salgii jedhuurratti hundaa’uun waa xiqqoo jechuuf yaaleen ture. Keessattuu ammoo jechi yookaan moggaasni “SAGLI /SALGII” jedhamu akka Falsaama Oromootti maal akka ta’e ibseen ture. Innis, Salgiin Salgan Iluu, balbaloota gosa Oromoo maccaa Iluu keessa jiranii bakka bu’innaa laata jechuun, akkasumas ammoo Salgiin Salgan Yaa’ii Booranaa ibsaa laata jechuun, Iluun hortee maccaa, macci hortee Booranaa ta’uusaatti sababeesseen ture. Kan biraan ammoo tarii marfata eebbaa, xumura angoo gogeessa Gadaa tokkootii laatas jedheen ture. Akkasumas ammoo Salgii isa lolee waraanaa ta’a jedhees ibsuuf yaaleera. Amma garuu weelluun kun deebii quubsaa fidee dhufeera.

Ergaafi dhoksaa wallee kanaa ibsuuf yeroonis iddoonis nan ga’u. Garuu ammoo bakka muraasa haa laallu.

Walleen kun yeroo itti seenu, yeedaloo aadaa Iluu isa mataatiin jalqaba. (Dandeettii weellisichaaf uggum. Miidhaginni sagaleefi qindaa’inni muuziqaas ajaa’iba)

“Iseet hiriyaa, see tiyya, see tiyya” jedha. Itti fufa.

Coora noonnoo, bunno abbaayee
Ilubbaboor yoo beente been yee
Eee ehee beeyyee,*2
Hoo beentee been yee (yoo deemte beenu’ akka jechuuti)

Booraa inni irraan bureen baa’ee
Suphee mattuun hurrumbumbaayee
Eee ehee……….been yee
Eee been yee Daarimuun baayee

Hiddinaan hiddi malee ya kormakoo
Maal maqaan haxanxaarii
Sirbinaan sirbi malee yaa dammakoo
Maal maqaan na gabbarii!”

Kana olitti kan weellifame kun itti lixa. Hiriyaa waliin geellisu waamuusaati. Erga waamees hin dhaabatin geellisi; sirbi jechuun itti hime. Hin fakkeessin, of nan kadhachiisin yoo sirbite sirbi” yaada jedhuun cabse.


“Gurraalessa hayyambooraa ya kormakoo
Gootichoo barii duulee
Ani Innan joorufoo sumaa ayyaantutti
Ayyaantutti milkiin tolee

Ilubbaaboor, Hooyyee
Ilubbaaboor, Hoyyee!
Ilubbaaboor Fardi booraa
Ajjeesaan faachuma kooraa

Ilubbaaboor fardi booraa
Ajjeesaan fachum kooraa
Kooraa malee hin yaabanii
yaa kiilolee sirbi malee”

Asitti seenaa, aadaafi falaasama Oromoo dubbata. Iluu Abbaa Booraa erga waaamee booda, waa’ee farda Abbaa Booraa dubbata. Itti fufee ammoo Baqqootti nu geessa. Baqqoon bakka itti ajjeesanii kooran jechuudha. Kan bakka itti ajjeesee faacha baatu; kan ajjeese ammoo faachaan kooras jedha.

Faacha jechuun, akka aadaa Oromoo maccaatti namni yookaan ajjeesaan baqqoo deemee Leenca, arba, gafarsaafi kkf ajjeese ajjeesaa jedhamuuf Gogaa yookaan gaanfa fuudhee gala. Kun faacha. Mallattoo gootummaati. Ittiin geeraru. Ittiin kooru. Faachi kan goota isa lolaafi loluu beekuti. Mallattoo injifannooti. (Heroic symbol)


Irra keessa qotannaa
Sangaan Keenya battalii
bar sangaan keenya battalii….
Irra keessa kofallaa
garaan keenya gargarii,
Garaa dhiiraa hin beekanii

Bo’oon kun kalaqa yookaan barreeffama Leencoo natti fakkaata. Bakka kanatti Wallee hawwaasaa (oral poetry) keessaa nu baasa. Bakki kun bakka inni itti dhimma itti jirru cigoon hime natti fakkaata. Yookaan seeraan hin qotanne, kan ittiin qotannus isa idileessu otoo hin taane isa battalaati jedha. Kan nuti kofallus garaarra miti jedha. Irra keessa kofalla, kolfa sobaati jechuun quuqqaa garaa waan himun se’a.

Kannisni Farsoo hin soortu
yaa kormakoo yee
Damma bifaatti sontii
Man’ cuffee daamarra hin teessuu kormakoo yee,
eeraquuf (eessa dhaquuf) Daama kortii?
Boorri in booraa ajjeesaan faacha kooraa

Abbaankoo duruu Jagnaa
SAGLII Lugna hin muudanii.
Afaankee duroo dammaa
Maaf soogidda cuubanii?

Abbaankoo duruu Jagnaa
SAGLIIF durba hin muudanii.
Afaankee duroo dammaa
Maaf soogidda cuubanii?

Kunis kalaqa barreessitoota walleetin se’a. Falaasama Oromootiin qabee waa nutti hima. Bakki gobaangaleessaas addana. Kanniisni farsoo hin sortu jedhe. Kanniisni silaa damma sorti malee farsoo moti. Amma garuu kan kanniisni soraa jirtu farsoo…

Itti fufee ammoo Abbaankoo duruu jagna jechuun gootummaa warraa himata. Itti aansee SALGII LUGNA hin muudan jedha. Salgii inni baanu kan waraanaati. Ooggansa lolee Sagaliiti. Sirna Gadaa keessatti cifira isa xiqqaa akka Komaandootti ilaalamudha. Humna qaba; xiqqaatee waan guddaa raawwata. Walitti qabama dargaggoota jajjaboo sagaliiti. Kanaaf Salgiin goota malee lugna miti jechuusaati. Itti fufees, Afaan damma ta’e maalif soogida godhu jedha. Waan miyawu maalif kuraawaa taasisu akka jechuuti. Tarii Oromummaa nuti jaallannu, maa waan hin taaneen bakka buusuuf yaadduudhaa laata??? Weellisichatu beeka. Nuti garuu akka barbaannetti hubanna. Itti aansee ammoo Salgii dhiira malee durbi akka hin taanes addeessa.


Yas godhii Sirbi kuullee yaa dammakoo
Hortee warra daallamee
As asii dhiisi as kommee yaa dammakoo
Argaafan si beellame (kan an yaade ijumaan si ilaaluuudha. Iddoo filachuuf hin rakkatin, as as hin jedhin)

Deemnullee waa nun arguu yaa kormakoo
Biilaa kichuu hin muranii
Waan baaneef erga dhabne yaa kormakoo
Gameessa hin takaalanii.

Safeeffattuu kuulashii,
sonee mudhiin sabbataa
Yoo sirbitu sirbashii
onneen maaf na dhiittataa?

Warra Waajjotti sirbuu yaa kormakoo yee
Aallee harkaan naasisuu
Sirbituu silaan inkoo yaa leencakoo yee
Daabara nan teessisuu
Boorri booraa ajjeesaan faacha kooraa
(warri Waajjoo gosa. Aalleenis gosa)

Yaa tumaa shangoomee
Tumaan kan shangoomee
Beekkoon ebilattudhaa
Waan baaneef sila dhabnee
Waan sichi malachuudha

Hiiknisaa ifa. Kan yaannee kaane, kan hawwinee hunda dhabneerra. Akka isa dhabne haa amannu. Furmaataaf isa itti aanuuf of haa qopheessinu. Haa falannu, haa malannu jechaa jira. (Waan taane silaa taanee, kan sichi falachuudha’ jechama goota Oromoo iluu tokkoo ta’uus odeeffadheera”

Xumurarratti Gelloo keessaa kan dargaggeessi miillaan lafa dhiitee morma shamaraa jala seenee dhiichisu, hirrubbii aadaa Iluutiin goolaba.
..
Hambabbeessakee jalaa
Horasaa budduqfatuu
Dargageessakee jala
Dhiirri lama hin dubbatuu

Badda keessa kaatanii
Maqaa gurreen geeraruu
Gad baatamoo hin dhuftaree
Jaallataan garaa hin hiruu

Oromiyaatti waan dubbatu fakkaata. Dargaggeessa kee jala dhiirri lama dubbatu jedha. Goota qabda. Goota ija barbadaa qabda jechuun ibsa. Baddaafi bosonas keessatti kan siif ajjeesee maqaa Gurreetiin geeraru har’as qabda jedha. Ajjeesaa duriin qabee dhaamsa dhaama.

..
Abiddee korma goolee
Kan qaroon diddiimatuu
Argita atuui kot malee
Korma dhugaaf boorratu

Ijaareen kabaa kabaa
Dubbiin gaaddisaam duruu
An deemee nagaa nagaa
Shaggeekoo walirraa toluu

Saan abbaa jiruu dhaltee
Sanbatee narraa fudhuu
An abbaa jiruun ta’ee
Wanbadee barbaaddadhuu!
…..
Bakka kanatti ammoo araaraaf waama. Gaaddisatti dubbii keenya xumuranna jedha. Salgiinis gaaddisa akka jechuuti. Dhumarra ammoo ani haajaan qaba, ani abbaa maatiiti, waanbadee yookaan nama akkakee barbaaddadhu jechuun goolaba.

Ulfaadhaa !
Dogoggorri hiikkafi yaadni ibsaa (interpretation) olii keessa yoo jiraate gaafatamummaan Lalisaa malee Weellisaa hin ilaallatu.

Lalisaa Indiris Adamiin barreeffame kan qindaa’e.

በምስራቅ ወለጋ ምን ተፈጸመ?

በምስራቅ ወለጋ ምን ተፈጸመ?

በጩኸት ብዛት እውነትን መቅበር አይቻልም!!

በምስራቅ ወለጋ ምን ተፈጸመ?

በምስራቅ ወለጋ በተፈፀሙ ግጭቶች ላይ አሁን ያለው የሚዲያ ትርክት በመሬት ላይ ካሉት እውነታዎች በእጅጉ የተራራቀ ከመሆኑም ባሻገር ግድ የለሽነትና ሀላፊነት ማጣት ታይቶበታል:: በአማራ ብሔራዊ ንቅናቄ (አብን) እና በአማራ መንግስት የዳያስፖራ ክንፍና ተከፋይ ካድሬዎች በሚገባ የተደራጁ የፕሮፓጋንዳ ዘመቻዎች ምክንያትም ብዙ ሚዲያዎች በተሳሳተ መንገድ ወጥመድ ውስጥ ሲወድቁ እያየን በመሆኑ እውነቱን እንደወረደ ለህዝብ ማቅረብ ግዴታችና ሆኗል። ይህ በወሎ ፣ በመተከል ፣ በሆሮ ጉዱሩ እና በምዕራብ ወለጋ የተፈጠሩ ክስተቶችንም በተመለከተ ከዚህ በፊት የተከሰተና የተለመደ ቢሆንም እጅግ የተዛባው የዚህ ወር የምስራቅ ወለጋ ግጭት እውነታ መንስኤና ተያያዥ ክስተቶችና ውጤት በቅደም ተከተል ለወዳጅም ሆነ ጠላት በማስረጃ ማጋራት እንፈልጋለን።
በመጀመሪያ ፣ በምስራቅ ወለጋ ያለው ሁኔታ ቀደም ሲል በሆሮ ጉዱሩ እና በምዕራብ ወለጋ ከተከሰተው የተለየ መሆኑን ልብ ማለት ያስፈልጋል። በእነዚህ አጋጣሚዎች ከመንግስት ጎን የተሰለፉ ሚሊሻዎች ከኦሮሚያ ልዩ ሃይል ጋር በመቀናጀት በኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት (ኦነሠ) ለማሳበብ ሆን ብለው በአማራ ሰላማዊ ዜጎች ላይ አሰቃቂ ጭፍጨፋ ፈጽመዋል። ልብ በሉ፣ የኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት እና የኢትዮጵያ ፌደራል መንግስት በትግራይ ጦርነት ላይ የበለጠ ትኩረት ሲያደርጉና የተወሰነውንም ሀይላቸውን ሲያስወጡ እነዚያ ስውር እንቅስቃሴዎች ሙሉ በሙሉ ሲቆሙ አይተናል:: ይህም ከወንጀሎቹ ጀርባ ማን እንዳለ በትክክል የሚጠቁም ነው። በነዚህ ጊዜያት ቀደም ሲል እንደነበረው ሁሉ አማራዎች በኦነሠ በሚተዳደሩባቸው አካባቢዎች ሁሉ ያለምንም ችግር በሰላም መኖራቸውን ቀጥለዋል። በወቅቱ እንዳደረግነው እና ከዚያን ጊዜ ጀምሮም ደጋግመን ፣ ለፍትህ ሲባል
አሁንም በእነዚያ ጭፍጨፋዎች ላይ ገለልተኛ ምርመራ እንዲደረግልን እንጠይቃለን:: እውነት ከእኛ ጎን እንደሆነም እርግጠኞች ነን።

በምስራቅ ወለጋ ያለውን ሁኔታ በተመለከተ ባለፈው ዓመት በደንብ የሰለጠኑ የአማራ ታጣቂዎች ወደ አካባቢው እየገቡ እንደሆነ እኛም ሆንን የሚመለከታቸው ሁሉ ሲገልፁ እንደነበረ ይታወሳል። በተለይም ይህ እንቅስቃሴ በምሥራቅ ወለጋ በነቀምት እና በአባይ ወንዝ (የአማራ ክልል ድንበር በሆነው) መካከል በተጠናከረ መልኩ ሲፈፀም ቆይቷል። ይሄንንም ተከትሎ ሚያዝያ 15 ቀን 2021 (እኤአ) የታጠቁ አማሮች በነዚህ የሰለጠኑ ሚሊሻዎች በመታገዝ በመንደር 10 (ላሊስቱ አንጋር በመባልም በሚጠራው ቦታ) የኦሮሞ ገበሬዎችን በማባረር ሰብላቸውን አቃጠሉ። የእሳቱም መጠን በሳተላይት እንኳ ለመያዝ በቂ ነበር ። ይህም ከ 3000 ሄክታር በላይ የእርሻ መሬት እንዲሁም ቤቶች ሲቃጠሉ ያሳያል:: (ማስረጃ 1 ይመልከቱ) ። በዚያው ወር የተቀናጀ በሚመስል የታጠቁ አማሮች በምስራቅ ወለጋ በተለይም በሰሜን በኩል በአጋምሳ እና በኪራሙ ከተሞች ላይ ጥቃት ሰንዝረዋል። ከጉዳዩ ከባድነት የምስራቅ ወለጋ ዞን ኮሙዩኒኬሽን ቢሮ እና የጊዳ አያና ወረዳ ኮሚኒኬሽን ቢሮ የዚህን ሚሊሻ ድርጊቶችን በመቃወም ተመሳሳይ መግለጫዎችን በፌስቡክ ለማውጣት ተገደውም ነበር (ማስረጃ 2 ይመልከቱ) በእነዚህ

መግለጫዎች መሠረት ሚሊሻዎቹ 13 የኦሮሞ ዜጎችን ኢላማ በማድረግ ገድለው 47 ቤቶችን ጨምሮ 65 የህዝብ ንብረቶችን አውድመዋል።

መግለጫዎቹ ይሄንን ሚሊሺያ “አክራሪ ኃይል” በማለት በደርግ ዘመን በረሃቡ ወቅት በምስራቅ ወለጋ በሰፈሩ የአማራ ማህበረሰቦችና በኦሮሞ መካከል አመፅ ለመቀስቀስ ሞክሯል። “ሐመር ቀለም ዩኒፎርም” የለበሱና “የአንበሳ ምልክት ያለበት ሕገ -ወጥ ሰንደቅ ዓላማ የያዙ ሚሊሻዎች” በአካባቢው በኦሮሞዎች እና በአማራ ማኅበረሰቦች መካከል የብሔር ግጭቶችን ለማነሳሳት እየሞከሩ እንደሆነ ገልፀዋል። በጉቲን ከተማም ኦሮሞዎች “የአማራን አባቶቻችን ርስት” ለቀው እንዲሄዱ የሚያዙ በራሪ ወረቀቶችን መበተናቸውን ገልፁጿል ። የአባቶቻቸው ርስት አንድ ታዋቂ የአማራው ትምክህተኛ ቡድን ፖለቲከኛ በአደባባይ እንደገለፀው ወለጋ መሆኑ ነው::

ምንጮቻችን እንደገለፁት ሚሊሻው የደንብ ልብስ ያልለበሱ ተዋጊዎችን እንዲሁም የአማራ ልዩ ሃይል ዩኒፎርም የለበሱ ወታደሮችን ያቀፈ ነበር። የምስራቅ ወለጋ ሲቪል አስተዳደር ሥራቸውን ሲያወግዝ የኦሮሚያ የፀጥታ ባለሥልጣናት ግን ቡድኑ ከኦነሠ ኃይሎችም ጋር ስለሚዋጋላቸው እንቅስቃሴያቸውን ለማቆም አንዳችም ፍላጎት አላሳዩም ነበር። የፀጥታ ኃይሎች እርምጃ መውሰድ የጀመሩት እነዚህ የአማራ ሚሊሻዎች 4 የኦሮሚያ ልዩ ሃይልን ያለምንም ምክንያት ከገደሉ በኋላ ነበር። በዚህ እርምጃ የፀጥታ ሀይሉ የአማራ ማህበረሰቦችን ከመንደር 10 ብቻ ሳይሆን ወደሰሜንም ዘልቀው በኪራሙ የሚገኙትን ጭምር አፈናቅለዋል። ይህ የፀጥታ ሀይሉ እርምጃ ሚሊሻዎቹ ከዋና መንገዶች ያባረረ ቢሆንም እስከዚህ ወር መጀመሪያ ድረስ በየጢሻው አድፍጠው እንዲቆዩ አድርጓል። የኪራሙ ነዋሪ ለቢቢሲ (ማስረጃ 3) እንደገለፀው የተፈናቀሉትም የአማራ ማህበረሰብ አባላትም ሚስቶቻቸውንና ሴት ልጆቻቸውን ወደአማራ ክልል በማድረስ ወደ ኪራሙ አጋምሳ ፣ እና ሃሮ መሳሪያ ታጥቀው የተመለሱ ሲሆን ነሐሴ 13 ቀን አባይን ከተሻገሩ በኋላ ደንብ ልብሳቸውን በማውለቅ ብዙ የታጠቁ የአማራ ወታደሮች በሲቪል አልባሳት ወደ ኪራሙ ፣ ሲሬ ዶሮ ፣ አጋምሳ እና አሙሩ ሲደርሱ ታይተዋል:: ይህም የሆነው የኦሮሚያ ልዩ ኃይል
ከአከባቢው ካፈገፈገ (ጥሎ ከወጣ) ከአንድ ቀን በኃላ ነበር። ይሄንንም ጉዳይ የአይን እማኞች ለቢቢሲ መግለፃቸውንም ልብ ይለዋል።

ይሄ ሀይል ከዚያን ጊዜ ጀምሮ በአካባቢው የኦሮሞ ማህበረሰብ ላይ አሰቃቂ ድርጊቶችን በመፈፀምና የተወሰኑትን ከቤታቸው በማባረር ቤቶቹን የማቃጠል እርምጃ በሰፊው ወስዷል:: ለምሳሌ ፣ በላሊስቱ ሶምቦ (በኪራሙ አቅራቢያ) የሚከተሉት ግለሰቦች ንብረት የሆኑ 18 ቤቶችን እና ሌሎች ስሞቻቸው በአሁኑ ጊዜ የማይታወቁ ሁለት ቤቶችን አቃጥለዋል:

1) ጉደታ ጃቤሳ
2) ገመቹ ጃቤሳ
3) ፍቃዱ ገመቹ
4) ፈቀደ ገመቹ
5) ሸጋ ገመቹ
6) ባቤ ገቡሌ
7) ደመሻ ጊርሾ
9) ለሚ ጃቤሳ
10) ዋቆ ጀቤሳ
11) ከተማ ጃቤሳ
12) ባdhaሳ ነገሪ
13) ቡኩ ገለታ
14) መርጋ አቡየ
15) ተመስገን አቡዬ
16) ሆርዶፋ አቡዬ

ሰራዊታችን በመንግሥት ታጣቂዎች የተለቀቀውን ቦታ ለመያዝ ኪራሙ ሲደርስ እነዚህ የአማራ ሚሊሻዎች ነበሩ በውጊያ የተቀበሉት። ነገር ግን በሠራዊታችን አይቀጡ ተቀጥተውና ከባድ ኪሳራ ከደረሰባቸው በኋላ ከኪራሙ ለቀዋል። በዚያው ቀን በሚያሳዝን ሁኔታ በሲሬ ዶሮ መረጃ ለኦነሠ መረጃ አስተላልፋችኃል በማለት 7 የኦሮሞ ሰላማዊ ዜጎችን አርደዋል። ሠራዊታችን ይሄንን ህልመኛ ሀይል ከሲሬ ዶሮ ፣ ከአጋምሳ እና ከአሙሩ አካባቢዎች ከሲቪሉ ነጥሎ ለማፅዳት ጥንቃቄ የተሞላበትና

ውጤታማ ሥራ ሰርቷል አሁንም በመስራት ላይ ይገኛል:: በተመሳሳይ ፣ በደቡብ በኩል በኡኬ ቀርሳ እና በሆሮ አለልቱ እንደገና የተቀናጀ በሚመስል እንቅስቃሴ ከፌዴራልና የኦሮሚያ ኃይሎች ጎን ለጎን በመሰለፍ የአማራ ልዩ ሃይል ከኦነሠ ጋር ውጊያ ከፈተ። ያንን ግጭት ተከትሎ እነዚህ ሀይሎች በኡኬ ቀርሳ አያሌ ሰላማዊ ወጣቶችን በጅምላ ክፉኛ በመደብደብ 3ቱን ገድለዋል። በመንደር 10 በመሀከላቸው ተከስቶ የነበረው ግጭትና ደም መፋሰስ ተዘንግቶ ዛሬ የፌደራሉ የኦሮሚያና የአማራ

Ethiopian govt rules out talks with TPLF and OLA

Ethiopian govt rules out talks with TPLF and OLA ODUU Hatattama Oromon 150 ol Wallaggaati ajefamu Muddama Bilxiginnaa fi sochii WBO |Moha Oromo ODDUU AMEE Bilxiginan Selpatee Jirti Amerkanis Itti Lafaa Katee Kibaan WBO Kabaan TPLF ODDUULE Biras Oduu Hagayya 26,2021|| To’annaa TPLF booda haalli jireenya Tigraay maal akka fakkaatu fi Oduu biroo

Ethiopian govt rules out talks with TPLF and OLA
Design a site like this with WordPress.com
Get started