Kaayyoo fi akeekni QBO galmaa qaba.
Innis Oromiyaa biyyaa Oromoo tatte fi walabummaan mirkanneeffame ijaaru fi Ummataa Oromoo mirga Abbaa biyyummaa dhugaa fi Oromoon biyyaa isaa irratti Bilisummaa fi nagaa waraa goonffatee jiraachu fi Kabajaa namaaf malu qabate eenyummaa isaa Aadaa, afaan,seena fi Artii dur alagaan dhorkamee har,a qabsoon deeffate Oromummaa fi sabboonummaan dagaggee kabajaa lammii biyyaa tokkof malu hunda guutachuun jiraachuun toora yeroo amma QBO irraa jiruu kanaan deebiin Oromoo fi Oromiyaa xumuraa argataa.
Har,a Ummannii Oromoo seena karaa deeman hundii barreesse dubbiisu hin qabu Oromoon Kaayyoo fi akeeka
Akkasummaas Oromoon har,a hirree isaa alagaaf gannee diinaaf hin gowwomu.
Jabbaadha wal jabbeessina.
Ummannii Oromoo Abbaa qaba Abbaan Ummataa Oromoo WBO wabii sabaa Oromooti.
WBO riqqiicha Walabummaa fi Bilisummaa Oromoofi Oromiyaati.
WBO,f haa tumsinu
