ODUU _Dansaa

Birmajii Gadaa

#Belbeltuu

Milishoonni 200 ta’an ajajaa # WBO koonyaa

WOLLOO jaal # QEERRANSOOtti harka kennataniiru!

Injifannoon_kan_oromooti !

Published by saglaniluu26

.Irbuu Shinniggaa!👍👍👍❤️💚❤️: Qabsoo waggaa dheeraa Bishanitti dabaltus akka fedhe taatus bara sagal deemtus Ni bilisoomna nuti Ilmaan Oromoodha Galmi keenya fagoodha! Ulfaadhaa Ami(430) Kan bilisa nubaasu qawwee qofa akka tae arginee jirra. "Afaan isaan dhagahan afaan qawwee qofa nutis afaan isaan dhagahaniin dubbaachuudhaaf qophiidha" Ajajaa olaanaa WBO Jaal Marroo( Kumsaa Dirribaa Lammeessaa) Ittuma didii liqimsi!

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started